Oro Quotes via @like
. π A'aa
Walqixxee Indaalee
Yaadannoo Artist Hacaaluu Hundeessaatiif
Graphics Barakat Dannaboo
@Oro_quotes
@Oro_quotes
Walqixxee Indaalee
Yaadannoo Artist Hacaaluu Hundeessaatiif
Graphics Barakat Dannaboo
@Oro_quotes
@Oro_quotes
Oro Quotes via @like
Warra biyya keessa jirtan mara keessaniif #Ethiotelecom internet bilisaa Gb 1 Waan kenneef halkan sa'a 6 irraa eegalee waan dalaguuf hundi keenya warri data fayyadamnu caarra kanatti fayyadamuun sirboota albama Hachalu Hundessa YouTube irratti gadi dhiifaman seenne yaa ilaalu view isaa yaa daballu
Warroonni Wi Fi fayyadamtanis !
challenge isin godheen jira ergaa kana dabarsa
Screen shut nuf ergaa post isiinif gona
@Bereket_Denebo
@Oro_quotes
@Oro_quotes
Warroonni Wi Fi fayyadamtanis !
challenge isin godheen jira ergaa kana dabarsa
Screen shut nuf ergaa post isiinif gona
@Bereket_Denebo
@Oro_quotes
@Oro_quotes
Nama 5 qofa ? π€
Haaceen " seena rirmi hin nyaatu " nun jedhee jira ! Albamni isaa akka seena gudda biyyaa kana keessa akka mul'isu hundii keessan gahe keessan baha !
Sa'a 6 irraa eegalee sirboota haacee YouTube irraa gadi dhiifaman seenna ilaala π link gadii ni argatu
https://m.youtube.com/channel/UCcoiIFJ_nxA0hWgkdhMpVnw